Raadiyoo Simbirtuu:Itti aanaa Hayyu-duree ABO obbo Araarsoo

Raadiyoo Simbirtuu .. Itti aanaa Hayyu-duree ABO obbo Araarsoo Biqilaa dhimma:- Kora sabaa 4ffaa ABOfi itti bahinsa isaa – Hooggana haaraa filatamee fi dirqama irraa eegam. – keessa mootummaa Itoophiyaa fi qophii ABO, WBO, uummatni Oromoofi qeerroon qaban irratti yaada bal’aa dubbatu. Oduu:- FXG , hidhaafi ajjeechaan ittifufee jiraachuu. – namootni kitila 9.5 beelahuu – Itoophiyaan biyya nagaafi tasgabbii waaraa hin qabne jedhamuufi kan biroo caqasaa.