It’s been 255 days since Hachalu’s assassination & 254 days since over 50 thousand Oromo political prisoners have been unlawfully detained.

It’s been 255 days since Hachalu’s assassination & 254 days since over 50 thousand Oromo political prisoners have been unlawfully detained.

FREE THEM ALL!
AND MANY MORE….
Nebil Sufiyan Ahmed

OMN Horn: Odeessaalee Har’aa (Bit 11, 2021)


Isaias Afwerki’s group regretted Eritrea’s independence.
Eritreans living in USA, around Washington DC have regretted Eritrea’s independence won after a devastating 30 years of war, and demonstrated in Washington DC to come back again under the Amahara/neftegna rule.
Eritrea, 30 years of war for no cause!
Geneti Deressa


Humni addaa Naannoo Amaaraa Godina Horroo Guduruu Wallagga seenuun mirkanaa’ee jira. Humni addaa kun gara Wallaggaa kan seenan dhalattoota Amaaraa Horro Gudurutti ajjeefaman jedhamaniif haloo bahuuf akka ta’es beekamee jira. Erga OPDOn akka alagaan daangaa Oromiyaa caphsitee seentu hayyamteefii isin warri WBO biyyetti makaa gala dhoorgaa.
Ajaahib Jimaa Tooboo


Breaking news!!
Bilxiginnaa Afaan Oromoo dubbattufi Bilxiginnaa Afaan Amaaraa dubbattu walitti gara galtee dhukkee wal irraa kaasaa jirti…!!
Bilxiginnaan Naannoo Amaaraa Tigraayis nuutu lolee cabse ammas Addunyaatti nuutu dubbachaa jira sin Bilxiginnaa Afaan Oromoo dubbattu ummata keessanis harka hin qabdan Addunyaatis dubbacha hin jirtan akkasiinu MM isini jachuun Abiyyitti qoosaa jiru..!! Abiyyi Baga waan harka keetiin hojjatte argatte…!!
Erga rakkina isin uumtaniin biyyi marfamte wal nyaachuun keessan gaariidha sirritti dhukkee wal irraa kaasaa…
Xumurri Gabroomfataa kanuma…!!