Itiyoophiyaa: Uummanni Miliyoona 28 Vaayrasii

Itiyoophiyaa.: Uummanni Miliyoona 28 Vaayrasii Koroonaaf Saaxilamu Danda’u

Ministirri Fayyaa Itoophiyaa

Biyyonni Afrikaa Bahaa keessa jiran namoota vaayrasii koronaan qabaman hanga tokko qabu.Garu aangawoonni eegumsa fayyaa kan Itiyoophiyaa weerarrii vaayrasii koronaa hammaachuu mala jechuun qophiitti jiru.

Itiyoophiyaan biyya heddumiina lakkoobsa uummataan Afrikaa keessaa sadarkaa lammataa irra kan jirtu.

Odeeffannoo Raadiyoon Sagalee Amerikaa argee akka agarsiisuutti uummanni biyyatti Miliyoona 28 vaayrasii Koronaaf saaxilamuu maluu jedha.

Kana ma/ees namoonni kuma hedduun sababaa vaayrasichaan qabaniif jecha wal’ansa fayyaa kanhatattamaa fi walitti fufiinsaan kennamuu argachuuqabu.

Biyyattiin kanaaf qophii dhaa?

Gabaasa Guutuu caqasaa


“Godina Booranaa aanaa Miyootti barattoonni University irraa galan, gandoota baadiyyaatti gad bu’uudhaan ummataaf hubannoo kennaa jiran , osoo hin galateeffanne bira hin dabarru.

ድሮ እድገት በህብረት ስባል እንደነበረ ብደረግ ጥሩ ይመስለኛል።

Ofcourse Wanta Isaaniif barbaachisu hunda mootummaan mijjeessuufii qaba. Humna namaa fi beekkomsa itti gargaaramuu qaba.


#Aanaa Shaallaa , Arsii Lixaa (Alam Gabaya, Burraa, Awwaara, Ajjee).
Aanaa Siraaroo (Sanbate Sinqille, Lookkee, Roophii) baadiyaalee hunda naannawaa

Nuredin Luke Jaabaadha ! Iyyaa Iyya Dabarsaa !

Ogeeyyota fayyaa hunda Rabbi isin haa eegu !