Haasaa M/M/Itiyoophiyaa Dooktar Abiyyi Ahimad-magaalaa Roobeetti

Haasaa M/M/Itiyoophiyaa Dooktar Abiyyi Ahimad-magaalaa Roobeetti

Haasaa M/M/Itiyoophiyaa Dooktar Abiyyi Ahimad
====================================
[OBN 27 08 2010] Waldaalee IMX Oromiyaa guddisuuf, beekkamtii fi badhaasa kennuuf magaalaa Roobeetti qophaa’e irratti haasaa M/M/Itiyoophiyaa Dooktar Abiyyi Ahimad taasisan.

Guyyaa har’aa kana gootota Itoophiyaatu yaadatama. Seenaa biyyattii keessatti guyyaa akkanaa kanatti maqaan gootota dhaadeffamuu kan warra kamii akka tahe walumaan beeyna. Muummichi Ministeeraa Itoophiyaa haasaa har’a Roobeetti godheen guyyaa kana yaadachiisee jira. Haa tahu malee guyyacha kan yaadatu gootota Itoophiyaan erga dhalattee qabdee faarsaa baate kaasuun hin turre. Gootota Oromoo kan itoophiyaan akka diinaatti beeytuu fi dhabamsiisuuf itti duulaa baate maqaa tarrise. Gootonni Oromoo kun sirna Itoophiyaa irratti qabsoo hadhawaa osoo godhanii wareegaman. Janaraal Waaqoo Guutuu, Haaji Aliyyii Cirrii, Haaji Adam Saaddoo, Huseen Bunee fi warri seenaa wal fakkaataa qabu Muummicha Ministeeraa Itoophiyaatiin yeroo duraaf maqaa dhahamanii akka gootaatti faarfaman. Seenaa kana jijjiruun murannoo gaafata. Dr. Abiyyi akka MM Itoophiyaatti gootota warri Kaabaa itti amanu osoo itti hin makin bifa kanaan qabsaayota keenyaaf ulfina of danda’e kennuu filachuu isaaf dinqisiifannoon ni malaaf.
#Dunuunfannee_hinfaarsinu_dunuunfannee_hinabaarru

Yaya Beshir


“BAALEE
AANAA GINDHIIR
# INVESTERA HANNAA
=================
Asiin duras siif himeen ture. baalee aanaa gindhiir ganda gubarbaajaa keessaatti investerri maqaan isaa chombee jedhamu lafa heektara 400 qabatee osoo hin misoomsin waggaa 8 dabree jira. bulchaan zoonii kana faa maalif akka irraa fuudhee ummataaf hin deebisne nu ajaaibsiisa jira. namtichi kun eenyutu akkka narraa fuudhu hin laallaa jedhee dhaaddata.
obboo lammaa magarsaan faan erga baale dhufanii investera akkana ummatarraa kaasaa jennaan”

Yaya Beshir


A leader has a well defined platform that caters to the need of the people it represent. A platform do not agree with one ideology or another. It is based on the need, concerns and demands of the people. A leader is not about morphing into or ship-shaping into different ideology for appeasement of the masses. The end results would be devastating for all.

I wish to see the newly elected officials put as much effort in governing as they do putting words of appeasement together.

#OromoRevolution
Najat Hamza