It is war what is going on in Wallo!People vs Amhara Liyu police

It is war what is going on in Wallo. People vs Naftenga. Amhara Liyu police (no surprise they are holding the plain tricolor flag) must leave Oromia zone. I think Oromia zone council should actually use example of Sidama zone and declare its separation from Amhara region.

Biyya Oromiyaa

 


#Injifannoon #Galma‘eera.
#Viva #Wbokoo
#Godina wallagga lixaa Naannoo Gaara #Abbaa #Seenaa ti
Ebila 4/2019 Eda Galgala Waraana RIB uffata jijjiirrachuun Uummata gidduu deemuun odeeffannoo funaanan lama (2) Wbon bira ga’e qabachuu isaa irraan kan ka’e Waraanni RIB Ganama kana 3f lamafi Ooraalii 3 guutuun dhuftee gadhisisuuf yaalii gootee turte garuu maal godharee gadhisisuu dhuftee daaraa taatee jirti. Meeshaa keenyas tokko tokkoon deebifachaa jirra.
Abbaan seenaa seenaa galmesseera. Injifannoon Wbo akka itti fufetti jira. Haaluma kanaan humni dabalataa Ergamee waan jiruuf Uummatni keenya daandii irraa goraa , share waliif godhaa. Nama nagaa daandiirra adeemu tokko irratti Tarkaanfii fudhatteetti. Gumaa isaas nii baafna Wbon immoo Haxxee hidhee Mataa maree eegaa jira. Nu harkaa hin baatu. Diina mana dhufte maal Godhuree?? Injifannoo dabalataan walitti deebina

Maammee Caffee

ይህ የኣማራ ክልል ልዩ ሃይል ነው። እንደሚታየው የኣገር መከላከያ ዩኒፎርም ነው የለበሰው። ወንጀል ኣንድ! በተጨማሪም በወሎ ከሚሴ ኦሮሞዎች ላይ ጦርነት በከፈተበት ወቅት ህጋዊውን የፌደራል መንግስቱ ባንዲራ ሳይሆን ህገወጡን የቀደምት ገዢዎች ልሙጥ ባንዲራ ይዞ ነው ወደ ዞኑ የገባው። ወንጀል ሁለት! የህዝብን ሰላም በማስጠበቅ ፋንታ የውጭ ወራሪ ሃይል የገባ ይመስል እንዲህ በታጠቀ መልኩ ሲቪል ዜጎች ላይ በከባድ መሳሪያዎች የታጀበ ጦርነት ከፈተ። ወንጀል ሶስት! ለነዚህ ከባባድ ወንጀሎች የልዩ ሃይሉ ኣዛዥ በህግ መጠየቅ ኣለበት። ይህ ህገወጥ እንቅስቃሴ በኣጭሩ የሚገልጸው ደግሞ የኣማራ ክልላዊ መንግስት ተጠሪነቱ ለፌደራል መንግስቱ መሆኑ እስኪዘነጋ ድረስ የሽብርተኛውና ዘረኛው ኣብን ተላላኪ በለው ጉዳይ ኣስፈጻሚ መሆኑን ነው።
#ተጻራሪ_ህልሞችን_እያስታመሙ_በጋራ_የሚመራ_ኣገር_ኣይኖርም!

Yaya Beshir


ፕሮፌሰር ብርሃኑ ነጋ ከOBN ጋር ያደረጉት ቃለ-ምልልስ (ክፍል-1) Professor Birhanu Nega’s Interview with OBN