Is Dr.Abiy Ahmed Ali trying to kill the undying Federalism in Ethiopia ? Who are the most important anti federalists?

Above Single Post

Is Dr.Abiy Ahmed Ali trying to kill the undying Federalism in Ethiopia ?

Who are the most important anti federalists?

OMN: ODUU : Haala Yeroo Irratti (Sadaasa 20,2019)



OMN: Haala Yeroo Irratti Turtii Obbo Baqqalaa Garbaa Waliin (Sad. 20,2019)


የኢህአዴግ ፍቺ [11/19/2019].

EPP: Dabballeen OPDO ykn afaqalaaxeen TPLF olola hayyoota oromoo irratti oofaa jiru.

Karoorri oromoo lagaa fi gandaan qooduus jalqabamuf jira ammaa argitu.
Gowwaan kana haadha ko fuudhetu abbaa kiyya jedhe.”garuu dubbiin akkas miti alagaan alaguma.
ATM fi Abiyi peejii garagaraa banachuun ummata burjaajessaa jiru.warri har’a anatu siif beekaa jedhan kun warruma kaleessa master-pilaanii fi komand postii sagalee guutuudhan nurratti raggaasisedha.OPDO n wayyaaneetu dura sanyii gantuu faccaase waan ta’ef gantuu ta’an. filannoo bara 2020 kana korojoo saammuu fi hayyoota akka Dr Tsegaaye Araarsaa ,Dr Ittaanaa Haptee ,Prof-Hisqeel Gabbisaa ,Acti Jawar Mohhamed fi Yayyaa Bashir irratti olola saba sablammii ,amantaa muslimaa fi kirstaanaa fi saba oromoo fi amaaraa walitti buusuf siyaasa dalagachaa jiru akka fkn midhamuun baratoota keenyaa itti mul’achuu dideeti dhaabaa isaani lellisaa jiru , EPP isaanis ol kaasaa jiru. dhimma baratota oromoof dantaa hin qaban .yeroo kanati hala-dureen korojoo saamuu kan xummurame yoo tahu, leenjii gahaanis dabballee garaa hangaa gaditti kennamaafi jira. karaa biraan immoo oromoon miira keessa gale gaafa ejjannoo fudhate jawaartu akkas godhe ykn ebeluutu akkas godhe jechuun hayyoota oromoo farrajuuf adeemu.shirri kun warri filannoo bara 2020 irratti hirmaachuu fedhan hayyoota oromoo daangessufi.dabni ABO irratti waggaa tokkoo oliif xaxxamaa ture milkaa’uu didnaan ammaa immoo karaa adda ta’een dhufan.
Dhimmaa dhaabaa isaa malee kan ummata oromoo ,afaan oromoo ,fi daangaan oromiyaa waan dhaaba kana dhiphisuu hin qabu kuno argaa jirra. Tokkummaan biyyaa oromoo dhiibuu yoo ta’e ethiyoopiyaan diigamtee oromiyaan bara baraan ha jiraattu.hayyooni oromoo warri OPDO dhiphisaa jirtan jabaadhatuma itti fufaa ha maraattu.

Ashenafi Tirfesa

Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.