Irreechi eenyummaa Oromoo irraa adda ba’ee ilaalamuu hindanda’u. Alaabaan kun qaama eenyummaa Oromoo ta’eera.

Irreechi eenyummaa Oromoo irraa adda ba’ee ilaalamuu hindanda’u. Alaabaan kun qaama eenyummaa Oromoo ta’eera. Oromoodhaan alaabaa kana hinqabattu jechuun hindanda’amu.

Etana Habte


Qeerro jirtuu?
Mootummaan garboomfataa Irreecha hora Finfinnee irratti alaabaa ABO qabattanii hin baatan jechaa jira mitii? Akkas goona! Nuti immoo hanga yaadameen ol qabannee baana. Yeroo kanatti qaamni nu dura goru yoo jiraate! Waan gochuuti qabnu tokko lamaan nan barreessa naaf obsaa
Gumaa Press


“I am falsely accused of a crime which I never committed, but my death has great value for the Oromo people. As you have dealt with me, judgement will come upon the emperor and his cabinet within not a long time.” The Late Mamo Mezamir before he was hanged in mid 1962 (Eth. Cal)Diriba Megersa


ማሞ ደም ይፋረድህ
“ንጉስ ኃይለ ስላሴ ስመ ጥር : እጅግ የተከበሩ የሀበሻ ምድር ንጉስ ናቸው።” አብይ
ማሞ መዘምር እ.ኤ.አ በ1967 በሀይለ ስላሴ የሞት ፍርደኛ ሆኖ፣ ስቅላቱ ሊፈፀም ጥቂት ጊዜ ሲቀረው፣ ወደ ገመዱ በኩራት እየተራመደ የተናገረው የመጨረሻ ቃል ግን ይህ ነበር“የኔ ደም፣ ለኦሮሞ ሕዝብ መብት መከበር የሚፈስ በመሆኑ፣ በከንቱ አይቀርም፤ ባልሰራሁት ስራ፣ በሀሰት ወንጅለው የሞት ፍርድ የፈረዱብኝ ሁሉ፣ በዚህቹ ስፍራ፣ የኢትዮጵያ ህዝብ፣ በቅርቡ የእጃቸውን እንደሚሰጣቸው አምናለሁ፤ በዋቃ (በእግዚአብሄር) ፍቃድ፣ በኦሮሞ ልጆች ብርታት “ጉማዬ” (የደም ካሳ) ይመለሳል፡፡ ይዋል ይደር እንጂ፣ የኦሮሞ ሕዝብ መብት፣ በልጆቹ ትግልና ጥረት መከበሩ እንደሆነ የማይቀር ነው”
Awash FM 90.7





Irreecha baranaa biyya Jarmanii(Germany) magaalaa Frankfurt irratti



Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.