Irreecha irratti: Warra nu kabajaniif, kabajaa qabna!

Warra nu kabajaniif, kabajaa qabna! Irreechaa irratti saboota argaman keessaa-Alaabaa, Kambaataa, Sidaamaa, Ogaadeen, Tigiraay fa’aa ti! Galatoomaa!


እኛን ለአከበሩን ክብር አለን!
በአሉን ከታደሙት-የሀላባ፣ የካምባታ፣ የስዳማ፣ የኦጋዴን፣ የትግራይ ተወካዮች በጥቅቱ እናመሰግናለን!!


Warra nu kabajaniif, kabajaa qabna!
Irreechaa irratti saboota argaman keessaa-Alaabaa, Kambaataa, Sidaamaa, Ogaadeen, Tigiraay fa’aa ti!
Galatoomaa!


We have respect for those who celebrated us!
We thank you for the past-Halaba, Mombasa, sidama, Ogaden,  and tigray representatives at the moment!!

የትግራይ ልጆች 💛
በቢሾፍቱ ሆራ ሀርሰዲ


ሁሉም አሉ ያቺ የተበ*ች ክልል 3 ብቻ የለችም እዚህ ውስጥ where is Amahara ??


Kalessa Irreecha Waggaa 150 booda Hora Finfinnee, qa’ee Tullammni irraa buqqifameetti kabajame. Haradha Bushooftuu , Hora Arsadeeti bifa kanaan kabajame. Gadaan Oromoo jaarraa 16ffaa bakkatti (the renaissance of the Oromo nation) deebbi’uu isaa irreechi kun mallattoo jalqabaatiin jedha.
Two step forward with the unity of the Oromo nation.Unity is strength.Tokkummaan humna. Tokkummaan kana qaba. Tokkummaan kabajaa sabaa fida. History confirms Oromo is the great nation of Africa.

Ibsaa Nagawoo