Irreecha Hora Finfinneerratti namooni hirmaatan maal jedhu?

Irreechi baranaa(2020) namoota muraasaan kabajameera.

Namoonni har’a Irreecha Hora Finfinneerratti hirmaatan miira wal-makaa qabu.

Kaansaanii lakkoofsi namaa daangeffamee namni muraasni argamuutti ni gaddu. Kaan ammoo koronaavaayirasii ofirraa ittisuuf tarkaanfii fudhatameedha jechuun gammadu.

Yaada namoota kunneen akkanaan qindeessineerra.

አማርኛ ዜና – በአ.አ ጎዳናዋች የአብይ ኣህመድ መንግስትን የሚቃወም የቄሮዎች ስልፍ ተካሄደ፣ መስከረም 23/2013 ዓ/ም

Ittiiqaa Tafarii – Galma Dhugaa New Oromo Music 2020 (Official Video)


Keekiyyaa Badhaadhaa- Barraaq – New Ehiopian Oromo Music 2020(Official Video)


Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee Bakka Namni Haga Xiqqaan Argametti Kabajame. #Ireecha2020 #HoraFinfinnee
Ayyaaneffannaa Irreechaa kana irratti namoonni baajii mootummaan qopheesseen seenaa turan. Kanneen baajii malee hin seentan jechuun dhowwamanis gabaasaan VOA argee jira. Gabaasaa Viidiyoo Finfinnee irraa qophaa’e Muktaar Jamaal tu erge.

 

Coronan Abiy Ahmed AliTii!!!!!!!!!!!!!!!!!!

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.