Irraa Daayimtuu Godina Booranaa
PPn ummata keenya hedduu ukkaamsitee hiraarsaa jirti.
Kun garuu dhaabbachuu qaba. Warra Ukkaamfamaniif sagalee ta’uu qabna:
Ukkaanfamtoota G/Booranaa Aanaa Dhaas keessatti PPn mana hidhaatti Ukkaamfaman muraasni:
1.Soraa Nuuraa Jaatanii…………..(Barataa).
2.Nuuraa Abduuba Diidaa………(Barataa).
3.Waacillee Daalachaa(Abdataa Sabaa)…………(Barataa).
4.Shamaa Guyyoo Qaallicha……(H/Bulaa).
5.Jaatanii Kiree………..(Barsiisaa).
6.Bareedduu Rooba Gufuu………..(Barsiistuu).
7.Jaarsoo Waariyo Gufuu……….(H/Bulaa).
8.Guyyoo Sora Waqo Busee…….(H/Bulaa).
9.Guyyoo Sora Waqo Tadhicha………(H/Bulaa).
10.Liiban Halake Liiban……..(Bulchaa G/Goorilee duraanii).
11.Haaqicoo Diida Fooxaa………(Haadha hoosisaa daa’ima waliin).
12.Tuura Gababa Guyyoo………..(H/Bulaa).
13.Wakala Gababa Guyyoo…………(Barataa).
14.Abdataa Waaqutee…………(Barsiisaa).
15.Tura Galma Dida…………(H/Bulaa).
Maqaa WBOtiin haadha hoosisaaf hawaasa Horsiisee Bulaa Ukkaamsuun haa dhaabbatuu



Via: Borbori Odaa Yuubaa – Booranaa