Ummanni Oromoo Walloo Aanaa Baatee bifa kanan hidhattooni naannoo Affaar Ganda isaani irraa buqisani jiran.

Above Single Post

Ummanni Oromoo Walloo Aanaa Baatee bifa kanan hidhattooni naannoo Affaar Ganda isaani irraa buqisani jiran.

Lolli kuni eega jalqabe oole bubbulaa jira Ummani Oromoo fi koreen Gargaarsa Iromiyaa maalif nutti cal jedhan? jedhu jiraattoni. Mootummaan naannoo Oromiyaa fi Federaalaas rakkiina Ummata kanaa guutumatti maaliif ossoo argani akka hin argine calliisani laaluu?

Addisu Arega Kitessa Jawar Mohammed Abdurahman AbdellaTarekegn Bululta Godana Ezekiel Gebissa Girma Gutema Hamza Borana isin cinaan warri bulchinsa keeyissa jiru kan dhiimmi kun kallattin laallatu Hayyootaa fi Rogeeyyin Oromoos kan Waa’ee Ummata Keenyaaf biyya Itiyophiyaa keeyissa jirttaniis rakkiina Ummata kanaa laalaati furmaata Waliin itti haa barbaannuf. Isinis calliftani hin laalina.

Dahabe Abdella 


Yaadannoo gootota wareegamtootaa guyyaa 30/3 /2011 sa’aa 12 rratti magaalaa walisoo kana fakkaatti dhiiroo


ajjjabdoota oro koo warra ofiif wareegaamtaani Oromiyaaf Ibsaa taatan Seenaan isin hin dagaatuu jajjjabdoota koo 💔



Tafarii Salalee(Abbabbu) “Hin Bari’u Seetee” New Oromo Music 2019 By Raya Studio



Waaqoo Calloo “Raaba Yaayyoo” New Oromo Music 2019 By Raya Studio


OMN: Lafa Qonnaan Bulaa QARSAA ( Mud 09 2018 )

 later on they might say Oromiyaa ye ulachin nat!! way gud!!


We have not even started to demolish the empire and build a proper federal republic. That project will start when the so called ”Addis Ababa” becomes the home the Oromo and a proper capital of the republic. Bunch of radio and TV stations and FMs will not save this sick city, mostly for their own self-interest.

Biyya Oromiyaa

Views about the TITLE rejection!

It must be the case that Ethiopians have some sort of obsession with title. From using one of the longest titles in the world, His Imperial Majesty the King of Kings of Ethiopia, Conquering Lion of the Tribe of Judah, Elect of God, all the way to using titles that doesn’t make any sense in the other part of the world, we are people who love to hide in our titles. We have that tradition of calling our own close friends, Professor, Dr, Engineer, Teacher, Master, Athlete, Wezero, Wezerit, Constable, Commander, General (and major general), Activist (funny one , Lij etc even in the bar.

Some psychological evidence indicates that obsession with title could result from the weakness of internal locus of identity (identifying the true value within). In many ways, people try to compensate for that weakness by developing their external locus of identity i.e looking at themselves the way others look at them. Consistently, many Ethiopians still focus on external factors including physical appearance, big titles, wealth, careers, fame etc as an explanatory variables at individual and group level.

Now, a Press Secretary at the Prime Minister Office, a civil servant and most importantly a women rejecting this tradition of covering up our internal weakness with our external strength (sometimes fake ones) could amount a national shame. From the response writings I read, the issue is not about her rejection of the WEZARO-WEZARIT cliche per se, it is very much about the threat that this rejection could pose to the tradition. The rejection is taken as en-masse guilt trip spread by media.

But anyways, it is a very rare opportunity to find people like Billene to fill that position and communicate the future to the future!

Birhanu M Lenjiso

Mudde 09/2018 Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksanitti weerara shiftoonni liyyuu haaylii Soomaalee Ummata Oromoo irratti bananiin hanga ammatti namni 4 nurraa wareegamuun 4 madoo ta’aniiru.

Kanneen wareegaman keessaa..
1, Mahdi mahammad. Araddaa biyyo Irraa.
2. Xayyib Umar filfil. Araddaa Uswayine Irraa.
3, Abdii Xaahir Riyeelle. Hosaletti Irraa.
4, Farhaan hareed. Uswayine Irraa.

Kanneen madaa’an ammoo gara Hospitaala#Hiwot_Faanaa Magaalaa Hararitti argamu geeffamaniiru.

Kanneen nurraa wareegamaniif Rabbiin rahmata haa godhuuf. Warreen madaa’an nuuf haa fayyisu.


Tole tole tole Amale akumaa baraa bula jenaa oromo tiyya laki alagaa wali kenina Oromo tiyya ufii egii ya lamaa magarsaa ufii egii Dawid ibsa ufii egii Kamal Galachu namaa galafatii namin senaa qabenee


ቢሄራዊ መዝሙር ሃገረ ትግራይ
ከፍ ኢሉ ንክስማዕ እጃምና ነውፊ ፡

Below Single Post