Intense fighting going on between Benishangul Forces and Ethiopia Amhara Forces

Intense fighting going on between Benishangul Forces and Ethiopia Amhara Forces

ብልፅግና ተወጥራለች | KELLO MEDIA (May 20, 2021)

A W A R …. J A W A R …. J A W A R ….
የዛሬ ፍሬዎች የነገ ጀዋሮች ብዙ ጀዋሮች ኦሮሚያን ያጥለቀልቃሉ Its just a matter of time ❤️💚❤️
Dr Etana Habte amma Hiriira guddicha UK 🇬🇧 London’tti Gaggeeffamaa jiru abbummaan hoogganuun dhaadannoo ummataaf jachuun qabsoo finiinsaa jira‼️Hogganni amma qabsoon Oromoon barbaaddus kan akka Dr Etana Habte kanaadha. Kan waan afaaniin ummata jachaa ture gadi ba’ee fakkkeenya ta’uun hojiin ummata isaatti argisiisu‼️Dr. Etana Habte dabalatee Oromoonni UK hundi keessanuu tokkummaan gadi baatanii dhugaa jirtu Addunyaatti dhageesisuu keessaniif #Galatoomaa‼️
Dr. Etana kabajaatu siif malaa ulfaadhu..♥️
Ilmaan #Immiyyee U.S. Embassy Addis Ababa fi Ameerikaan waan nutti dheekkkamteef Alaabaa Gubuu mitii Hiriirummayyuu hin baanu jettee Ibsa kennaa jirti.
Faayidaan twitter kana fa’a. Daqiiqa Muraasa keessatti gudii isaanii The New York Times biraan geenye. Kanaan waan dhaabbatu isiinitti hin fakkaatiin. Namittiin #Andargachew jedhamtu suni Afaanii na bahee dhiifama jechaa jira. Kana Caalaa waan baay’ee hin jedhu , Siyaasaa dheedhii Worra immiyyee xoophiyaa kana sirritti jala buunee jara Kana Qullaa dhaabuu qabna.
Ajaahib Jimaa Tooboo

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.