Injifannoo WBOtii fi PPn Oromiyaa maqaa WBOtiin manneen ummata gubaa jiraachu

Oduu Hagayya 01,2021- Injifannoo WBOtii fi PPn Oromiyaa maqaa WBOtiin manneen ummata gubaa jiraachu

Gootichi waraani bilisumma oromoo humna diinaa tan shimalis abdiirattin hogganamtu godina illu abbaa boora ona darimu baaka beenaa bareeda jedhamtu magaalaa 2ffaa jedhamtu fi magaalaa waacaalee jedhamtu yeroo amma kana wbon to.atamteera akkasumas baalee baaka ona lagaa hidha jedhamtu fi baaka magaalaa barbarree jedhamtutti tarkanfi cimaa wbon fudhateen loltoota diinaa 68 ol yomu ajjesu 56 madoo gochun injjifannoo boonsa galmeeseera hora bulaa injjifannoo ummata oromGootichi waraani bilisumma oromoo humna diinaa tan shimalis abdiirattin hogganamtu godina illu abbaa boora ona darimu baaka beenaa bareeda jedhamtu magaalaa 2ffaa jedhamtu fi magaalaa waacaalee jedhamtu yeroo amma kana wbon to.atamteera akkasumas baalee baaka ona lagaa hidha jedhamtu fi baaka magaalaa barbarree jedhamtutti tarkanfi cimaa wbon fudhateen loltoota diinaa 68 ol yomu ajjesu 56 madoo gochun injjifannoo boonsa galmeeseera hora bulaa injjifannoo ummata oromoof!

Hunde Seenaa