Injifannoo Waraana Bilisummaa Oromoo WBO Zoonii Lixaa!

Injifannoo Waraana Bilisummaa Oromoo WBO Zoonii Lixaa!

Ebla 14/2021 Irree fi gaachanni ummata Oromoo Zoonii Lixaa Ona Gullisoo keessaa socho’uu waree kana bodaa mooraa dinaa Caaliyaa jedhamuu irratti bakakkaa robse hedduu ishe du’aa fi madoon adabe jira.
Injifannoo Uummata Oromoof!


Ammee: Ajajaan Kutaa meeshaa waraanaa, Logistics RIB ajjeefame❗
Ajajaan Kutaa meeshaa waraanaa Iizii Lixaa, Kolonel Darajjee Seefuu ajjeefamee jira. Humni lixa Oromiyaatti bobba’a hoogganaa fi miseensa dhabuu ittuma fufeera.
Oromiyaan lafa awwaalcha diinaati❗
Oromia Qeerroo Media
Adammisoma
DAANDIIN QABSOO DHUGAA OROMOO ABO {WBO} QOOFA
OQM: OromiaQeerroomedia
KAAYYOO SHOW DAMEE KENYA

page kana Fi Garee kana like follow share comment godhaa Tolle

 

Sudaaniin gonderee quumxaan deddeemtu” warra boojite keessaa kaan rashantee nama 61 jallabiyyaa itti uffistee deebiste. Salphina warra Na**ii kana” akkuma ani gammade kanatti deeggartoonni pps nigammadu jedheen abdadha.
Sudaaniin seenaa hojjette!!


Oromia??