Imala Miseensotaafi Hirmaattota Kora Sabaa ABO 2017

Imala Miseensotaafi Hirmaattota Kora Sabaa ABO 2017 Gara mooraa Leenjii WBOf Dhaamsaa Dhaammatan. Wal duraa dubaan Isiniif Dhiyeessina Nu Hordoofaan Afeerraa Keenya Yeroo Hundaati

Haadha manaa oromo fi Abbaa manaa somaleen jaarsaa fii jaarti dha nuti nagaya uumaa jidduu kessanitti jechuu dhaamattan.


Somale husband and oromo wife advocating peace.