Ilmaan Oromoo Walloo wal waamee diina isaa waloon ofirraa qolachaa jira.

Ilmaan Oromoo Walloo wal waamee diina isaa waloon ofirraa qolachaa jira.

Goota Baroodee Ardii suukanneessu, Jechisaa naasisee diinota macheessu!


Meseret Dhaba Kene

fakkeenya qabsoo dubartoota Oromoo bara kanaati. Baga nagaan baate! Isin kun sadan seenaa #OromoYellowMovement keessatti yaadatamaa jiraattu!


አትንኩን ብለን ነበረ አታመልጡንም ሸሽታቹ
የበላይ ዘለቀ ቂልጡን፣የወርቂቱን ልጅ ነክታቹ

በምሽት የኦሮሞ መንደሮችን ለመቆጣጠር ወደ ሀጣዬ ያመራው የጨፍጫፊው አማራ ልዩ ሀይል እንደተለመደው ተገርፏል


Walloo Kamisee
Ilmaan Oromoo Walloo wal waamee diina isaa waloon ofirraa qolachaa jira.


Hatattamaan waliif Dabarsaa..!!
Ummata Oromoo Walloofi Liyyuu haylii Amaaraa gidduutti ganama har’aa lolli guddaan deemaa jiraachuun beekkameera…!!
Lolli jabaachuu irraa kan ka’e Network amma adda citeera jadhamaa jira…!!
Ummaatni Oromoo, Qeerroo Oromoo ummata keenya walloof haa dirmannuu…!!
“Share Share Share Share”