Ilmaan Oromoo biyya isaanii irratti mirga isaanii gaafatan mana hidhaatti daddarbun har’as itti fufee jira.

Above Single Post

Ilmaan Oromoo biyya isaanii irratti mirga isaanii gaafatan mana hidhaatti daddarbun har’as itti fufee jira.

One of the coordinators of HAAROMSA FINFINNEE, Heni Z man, is reported to be arrested a few hours ago.

Heenook (Heni Z Man) qonnaan-bultoota Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee bifa haaraan buqqisaa jiru daawwatee hiriyoota isaa waliin sagalee isaanii dhageesise. Kanumaaf hidhame. #YAADA_MOA‘TAA_OPDO

His paying a visit to the evicts in Koyyee Facce and expressing solidarity with them led to his imprisonment today–Henok.

#Qabsoo_OPDO_Haaromee

Now we know where OPDO is heading to. We already know that the OPDO are TPLF ENABLERS. Now OPDO is the stinky head of EPRDF (TPLF)

OPDO is a group of  people who have an inferiority complex and neftegna’s ass kissers!  Their advisers are the same, the Derge reziraz ass kissers!

All of them are working against the interests of the Oromo people, all of them are very comfortable with their servant minded position.

Below Single Post