Ilmaan nafxanyaatu Taayyeerraa baajii fudhatee irreecha jeequuf deema gaaf jennu sababa malee miti.
Kikikikik bara kanna raajimma argaa jirraa kan yeroo biraa Oromoo fixuudhaf qawwee bitattuu amma Oromoo fakkatee gadi bahee? Wanti akkannaa hin dalaguu ilmaan oromoo of-eegannoo cimaagadhaa !

Ilmaan nafxanyaatu Taayyeerraa baajii fudhatee irreecha jeequuf deema gaaf jennu sababa malee miti.
Irreecha + Meskerem 25 deadline + Prosperity Party = Panic
Dubbii ajjeechaa Hacaaluu fi Finfinnee
Jarri akkas jedhu. Abbootii amantii tahuun illee jibba ibsachuu irraa isaan hin deebifne. Hacaaluu fi Jawar maqaa dhahanii gammachuu ibsatan. Lachuu karaarraa maqfannee jirra akka jechuu ti. Isaan akkasitti dhoksaa tokko malee waan garaa isaanii jirtu dubbatan. Ilmi jaraa masaraa jiru ammoo jara gaafatama jalaa baasee Oromoodhuma ittiin cabsuuf maraatee, machaahee irriba malee bula. Hacaaluu Oromootu ajjeese kan jedhu diraamaa tortoraa akka raqaatti xiraahu tolfatee ummata irraa fudhatu dhabee ammayyuu wajjin gangalataa jira.
NISS is claiming to have foiled a terror plot across Oromia during #Irreechaa2020 by #TPLF. It also goes to accuse the #Tigray region security head to be the mastermind of the plot & hired certain Idriss Iyasu & other #OLF-Shannees. However, such a serious claim raises many… pic.twitter.com/vTh5WCJbQK
— Mohamed Olad 🐪 (@oladmohamed) October 1, 2020
Alagaaf hin gabroomani.
Qeerroo Power!
Proud of you Qeerroo!