Ijoon Marii Paartii Dimokraatawaa Oromoo (PDO) Maalfaa Ture? Kutaa 2ffaa

Above Single Post

Ijoon Marii Paartii Dimokraatawaa Oromoo (PDO) Maalfaa Ture? Kutaa 2ffaa

ODP-n(voaafaanoromoo)— jajjabinaa fi hanqina paartiicha mudatee irratti dubbachuun murtoo dabarsee marii xumuruu isaa Obbo Addisuu Araggaa itti gaafatamaan waajira koree giddu-galeessa ODP Raadiyoo Sagalee Amerikaaf ibsanii jiru.

Gaaffii Fi Deebii Kutaa 1ffaa Caqasaa


Ijoon Marii Paartii Dimokraatawaa Oromoo (PDO) Maalfaa Ture?

Koreen gidduu galeessa paartii Demokraatawaa Oromoo ykn ODP marii guyyoota lamaaf gaggeessaa ture kamiisa Onkolooleessa 17 bara 2019 xumuree jira.

Jajjabinaa fi hanqina paartiicha mudatee irratti dubbachuun murtoo dabarsee xumuruu isaa Obbo Addisuu Araggaa itti gaafatamaan waajira koree giddu-galeessa ODP Raadiyoo Sagalee Amerikaaf ibsanii jiru.
Gaaffii Fi Deebii Kutaa 1ffaa Caqasaa

Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.