Ijoolleen gariin Mul’ata Oromiyaa bilisoomte arguu hin horanne. Amma illee aangoo bubuutuu lakkaayaa jiru.
Namni harka namaa irraa nyaatu barayyuu boohaa jiraata. Waan hintaaneef boohuu dhiisaa; qabsoo jabeessaa! Kan nu baasu Mootummaan Oromiyaa qabaachuu dha.
1. I/aanaa Muummicha Ministeeraa — Dammaqaa Mekonnin (Amaara)
2. Pirezidaantii Itoophiyaa — Sahaalewarq Zawudee (Amaara)
3. Itaamaajoor shuumii RIB — Jen. Adam Mohaammad (Amaara)
4. Pirezadaantii M/Murtii Waliigalaa Itoophiyaa — Ma’aazaa Ashannaafii ( Amaara)
5. Komishinara Poolisii Federaalaa — Indaashaawu Xaasoo (Amaara)
6. Daayirektara INSA — Shuumatee Gizaawu (Amaara)
7. Ministeera Dhimma Alaa — Gadduu Andaargaachoo(Amaara)
8. Ministeera Gaaliiwwanii — Laaqee Ayyaaloo (Amaara)
9. Ministeera Daldalaa fi Indastrii — Malaakuu Allebel
10. Ministeera Saayinsii fi Barnootaa Ol’aanoo — Hiruut Waldemaariyaam (Amaara)
11. Ministeera Barnootaa — Geetaahuun Makuriyaa (Amaara)
12. Ministeera Aadaa fi Turizimii — Hiruu Kaasaawu (Amaara)
13. Ministeera Fayyaa — Liyaa Taaddasaa( Amaara)
14. Ministeera Geejibaa — Daagmaawwit Mogos ( Amaara)
15. Hoogganaa Mirga Dhala namaa-.. Daniel Bekele (Amaaraa)
16. Komishinarii Investment — Abebe Abebayehu Chekol
(Amaara)
17. Hoogganaa Farra Malaammaltummaa- Ayelign Mulualem (Amaaraa)
18. Bulchiinsa Lafaa —Amaara
19. EthioTelecom –Firehiwoot Taammiruu (Amaara)
20. Hoggantootni Miidiyaa ( EBC, Walta, Ethiopian Press)- Amhaara
21. Hoogganaa Baankii Biyyoolessaa –Yinnaager Dassee (Amaara)
22. Dhimmoota Komunikeeshiin Waajjira Muummicha Ministeera — Nigusuu Xilaahuun fi Billenee Seyyoum (Amaara)
via: Dábessá Gemelal
Kennaa Mootummaan Abiy 😡
#Gujii
ቄሱ ስለኦነግ ሰራዊትና ስለህዝቡ ጨዋነት መሰከሩ::
========================
“እንኳን የወለጋ ህዝብ ጫካ ያለው ኦነግም ነው የተቀበለኝ:: ንፅህ የሆነውን የወለጋን ህዝብ ገፅታ ለማጥፋት ካልሆነ በቀር::ጦርነት በታወጀበት ከተማ ነው የተንቀሳቀስኩት:: እዛው አራት ኪሎ ተቦክቶ እዛው አራት ኪሎ ያቦኩትን ጠይቁ ለመልሱ::”
Qeerroo-Oromia: Naafxanyaa Haarawa amannee Hoomacha Hammaarre https://t.co/jUev4V2fvq pic.twitter.com/xmeERfMt0N
— Kichuu (@kichuu24) April 20, 2020
GOCHA GARAA JABUMMAA OROMIYAA KIBBAA DHEEDA .. https://t.co/ai4aTHmmMz pic.twitter.com/fRW44o5jU9
— Kichuu (@kichuu24) April 19, 2020
NEW ETHIOPIAN OROMO MUSIC TADELE GEMECHU 2020 Official Music (Ni Falmanna)