Ijoolle Oromoo irraa ara’as hidhanifii dararamin hindhaabbanne! Maalifi garuu? Kana booda Oromootu hango-ra jira jenna mo ? Wonta isa wollaale.

Ijoolle Oromoo irraa ara’as hidhanifii dararamin hindhaabbanne! Maalifi garuu? Kana booda Oromootu hango-ra jira jenna mo ? Wonta isa wollaale.

Wonti amma dhufaa jiru fakaatu Sirnaa neftegnati.


I am extremely saddened when I heard Ethiopian government arrested human rights activist Lammii Beenyaa today. I know Lammii for more than 10 years. Both of us were among student movement leaders of 2006. Then Lammi left for struggle but finally arrested. He spent more than 8 years in prison under TPLF regime and fled to Norway after his release. He returned to Ethiopia recently. He traveled to western Oromia with Jawar Mohamad and Bekele Gerba recently to hear popular demand in the west. I was proposing him to Abba Gadaa and notable persons who are working on peace and negotiations for link and negotiations for he has influence on both side particularly WBO of the west. I also learned that his friend who also served 8 in prison like Lammi , Mangistu Wakuma was arrested and jailed for sometime and released.
Further today I heard WBO and New Year celebrations was forced to shutdown. This is not a good sign of democracy and tolerance. Freedom is allowing other people who are not like us to do what ever they like as it please them as far as it doesn’t affect the peace of others. Celebrating Europian New Year should be tolerated.
I ask the Ethiopian government to release Lammii Beenyaa and other prisoners immediately.

Teferi Nigussie Tafa


It is really difficult to understand what is happening in Ethiopia. Why did you arrest Lammii Beenyaa? Why do you play with fire? #FreeLammiiBeenyaa

Lammii Beenyaa nama qabsoo amma ODP angoo ittiin qabatteef gumaacha guddaa qabuudha..Harra qabsoo ilmaan Oromootiin angoo qabatanii nama qabsoo kanaaf gumaacha godhe hidhuun mootummaa abbaa irree tahuu agarsiisa.#FreeLammiiBeenyaa.


#JIJJIRAMA.
eeyyeen sabni akkaataan itti ajeefamuu qabu jijiramee jira.
Eeyyeen haallii deegartoota isaaniitiif MORMITOOTA isaanii addaan baasanii adamsaniin jijiramee jira.
Eeyyeen NAMOOTA IJOO ta’an haallii ittii hidhaatti darbataniin jijiramee jira.

Jijirama guddaa keessa jirra, WAAJIRA akka bananuuf akka dhaaba barbaadnu deeggarruuf itti achi nu dhiibanii, san booda nujeesu fedhanis WAAJIRA KEESSAA dhufanii nu hidhuun jijirama guddaadha..
Sababiin isaas kaleessa manuma keenyaa dhufanii nu butanii nu hidhuu tureeyu bara INTINOOTA sanitti


Some facts about Getachew Assefa