“Ijjoollee xixiqqoo mandara keessaa guuranii WBO barbadeessaa jedhamanii ergaman haala gaariin kunuunsaafii jira. “Jaal marroo.

“Ijjoollee xixiqqoo mandara keessaa guuranii WBO barbadeessaa jedhamanii ergaman haala gaariin kunuunsaafii jira. “Jaal marroo.

#Holoola_OPDO_fi_Kijibashee_ilaalaa

Dhiha Oromiyaatti lola WBO fi loltoota Koloneel Abiyyi jidduuti ta’aa jiru milishoota gandaa walitti qabanii yuunifoormii WBO itti uffisuun akka waan WBO booji’anii karaa OBN olola banuuf waraabbii gaggeessaa jiru dhiha oromiyaatti. Mee xiqumallee WBO fakkaatuu dhiiroo kkkkk

Via: Gaaddisa Dhugaa Hiree Murtefannaa


#Nobel_Peace_Prize_Winner_Abiy_Ahmed_Ali_comitting_War_Crimes_at_home

#BULEE_HORAA

Guyyaa ardhaa yunivarsiitii #Bulee_Horaatti ijoolleen Gocha lixa Oromiyaa tti raawataa jiru balaalefannaa Hiriira ba’uun
Sagalee Isaanii Dhageessifataniif Jecha
Polisootan Rukutamii jiru yeroo ammaa hedduun isaanii madaa,anii hospitala seenanii jiru