#ijaaramaa..Ummanni Oromoo fi qeerron keenya wanti beeku qabnu har’a jabaanne

Ummanni Oromoo fi qeerron keenya wanti beeku qabnu har’a jabaanne falmmanne mottummaa abiy harka miccirre jawarif baqqalaa dabalate hidhamtota keenya yoo harkaa baasne maal jette naan jedhaa,bilxxiginnaan Amaaraafi bilxxiginaan oromoo akkasumas nafxanyoonni Abiyyif harka dhoftu tun hundi guyyaa adiin walitti duulte wal balleesitti.carraa sanitti fayyadame oromoon waan godhu godha.Qeerro jabaadha ijaarama qabsoof of qopheessa.billisummaan fagoo hin jirtu.


AGM: Olmaa Oromiyaa fi Injifannoo Qeerron Oromoo Biyya UK Magaala Londo Galmeessan

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.