Iccitii Masaraa “Maal godhi naan jettuu” Abiy Ahmed deebii ergamaa addaa Imbaasii Ameerikaaf kenne.

Iccitii Masaraa “Maal godhi naan jettuu❓” Abiy Ahmed deebii ergamaa addaa Imbaasii Ameerikaaf kenne.❗
 
Itoophiyaan bulchinsa Abiy Ahmed jalatti diigamaa, uummatni biyyattii keessas hiraarfamaa jiraachuu fi Abiy Ahmed yeroo ammaa nama Addunyaa kana irratti sobaan beekamu 2ffaa tahuun isaa addunyaa irratti baramee jira. Gaanfi Afrikaa hojii siyaasaa fi dinagdee Ameerikaaf murteessaa tahuun isaa beekamaa dha.
 
Kana irraa kan ka’e bulchinsi haaraa Amerikaa, Joe Biden ergamaa addaa qaamaan gara Abiyyitti ergee jira. Rakkoon Itoophiyaa keessaa rakkoo siyaasaati, kanaafis walii galtee biyyoolessaa hunda hammachiisetu barbaachisa; ragaa qabatamaan yakka waraanaan si himachiisus nu gahee jira jechuun itti agarsiisan. Innis rifaatuudhaan akka daa’imaatti “maal godhi naan jettuu?” jedhee imimmaan calale jedhan. Waan gootu Oromoon sitti himeera; hidhamaa siyaasaa hiiki, walii galteen biyyoolessaa murteesaaadha, Waajjiraaleen ABO fi KFO hatattamaan haa banaman, Ijaarsa Mootummaa Cehumsaa Biyyoolessa Oromiyaa dura hin dhaabbatiin ittiin jenna. Yakkamaan fira hin qabu❗
Qeeroo Intelligence Group

The professor who argued the recognition of ethnic federalism as the fundamental problem in Ethiopia and the proposed “regional federalism” as a viable solution emanates from a gross ignorance on how the Ethiopian Empire was formed. It negates the obvious fact that territorial federalism ,indeed, is the cause for ethnic strives for equality among those who accept Ethiopian state and as the basis of the future as well as those who seek independence as the solution to the complex

Duresso Buli


Portland,Oregon,USA  is ready! Join them or your community to raise awareness about what’s happening to our heroes in prison. You can also join on Twitter #StarvingForJustice #OromoYellowMovement #OromoProtests #FreeAlloromoPoliticalPrisoners


Portland,Oregon,USA 🇺🇸 is ready! Join them or your community to raise awareness about what’s happening to our heroes in prison. You can also join on Twitter #StarvingForJustice #OromoYellowMovement #OromoProtests #FreeAlloromoPoliticalPrisoners
May be an image of 4 people and text that says 'FREE BEKELE GERBA FREE JAWAR MOHAMMED FREE SHEMSUDIN TAHA FREE HAMZA BORANA hmtrdmlnrerm Dreeetitistorem OrsenteleeSoern #OROMOYELLOWMOVEMENT #OROMOPROTESTS POCA'S YELLOW MOVEMENT TUESDAY FEBRUARY 9TH PORTLAND PIONEER SQUARE 2:00 PM PLEASE WEAR YELLOW IN SUPPORT OF THE MOVEMENT & FACE MASK REQUIRED! COMMUNITY GATHERING To STAND IN SOLIDARITY WITH THOUSANDS OF OROMO POLITICAL PRISONERS IN ETHIOPIAN PRISONS AND TO SPREAD AWARENESS TO THEIR HUNGER STRIKE FOR JUSTICE! #OROMOYELLOWMOVEMENT #OROMOPROTESTS #STARVINGFORJUSTICE FREE SHEMSUDIN TAHA FREE AMZA BORANA FREE BEKELE GERBA MOHAMMED'

It’s still going on! We call on the Ethiopian Government to immediately take the following actions:
1) Release all protestors wrongfully and illegally imprisoned
2) move jawar and other political prisoners to a facility for non-violent inmates
3) Treat visitors and family members of the jailed with respect and dignity
Please SHARE to spread awareness
“በአፍ ይጠፉ
በለፈለፉ” አለ ጉራጌ::
አሁን እንደዋዛ የተፋሃትን መልሰህ የምትልስበት ቀን ይመጣልሃል ጠብቅ::
~ባጫ ደበሌ
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 

 

 

1 Comment

  1. Hayyee baacaa Dabalee
    Opdo Dabballee
    Sirra deemna biyyootti sidaballe
    Fakkaatiicha akka qamalee
    Hinjiiruu setee dhirtti simalee.
    Sittiinfakkaatiin akka maqalee.
    Otoonroobiin manni galmaa
    Nimardhata akka re’itti qalmaa.

Comments are closed.