Iccitii Interneetii Cufuufi Duguugaa Sanyii (Genocide) Mootummaa Abbaa irreen ummata keenya Lixa Oromiyaa fi Kibba Oromiyaa irratti hojjatamaa jiru gabaasa guutuu!

Above Single Post

Iccitii Interneetii Cufuufi Duguugaa Sanyii (Genocide) Mootummaa Abbaa irreen ummata keenya Lixa Oromiyaa fi Kibba Oromiyaa irratti hojjatamaa jiru gabaasa guutuu!

. Wallaggaa Afran keessatti Barattoonni 12 kan University Naannoo Amaaraa irra gara maatii deebi’an humna Command post ajjeefaman,

Wallaggaa lixafi Qellama Wallaggaa Bosonni heektaara 400 ol humna Alikooptarii fayyadamuun Humni Command postiin barbadaa’eera,
. Shawaa Lixaa, Gujii, Boorana, Wallaggaa; Naqamtee, Gullisoo,Najjoo, Danbii Doolloo, Mandii, Shaanbuu, Baddallee….. Haadhooliin warra 120 fi Shamarran 280 Waraana Raayyaa ittisa Biyyaa #Agaaziin gudeedamaniiru,
.  Ilmaan Oromoo Badii tokko malee Wallaggaa Lixafi Qellama Wallagga keessatti Namni 89 Command post Ajjeefamee jira,
. Gujii, Boorana, Wallaggaa irraa Qeerroo, Qarreefi Manguddoon Namni 512 Humna Command postiin hidhamee jira,
.  Gujii qofa keessatti Daa’imman umrii isaanii sadeeti (8) gadi ta’an Ajaja Command post ajjeefamaniiru,
.  Waraanni Raayyaa ittisa Biyyaa Qabeenya Qotee bulaa Oromoo Buna lafa heektaara 384 ol irraa Ciruun jalaa barbadeesse jira!!
. Gocha suukanneessa kana dura dhaabbachuun Ummaata keenya kanaaf Sagalee ta’uun, Oromoo ummata Oromoo Wallaggaa, Boorana Gujii kanaaf Dirmadhaa?
Waliif Dabarsaa?



Waanti na dinqu:
Namichi Oromoo jedhamee, sanuu jaarmiyaa maqaa Oromoo dhahate keessaa ba’ee MM ta’e Amaara ta’ee argamuu isaati. Akkamiin uummata Oromoo miliiyoona 50 keessaa Abiyyi Ahmed Oromoo fakkaatee hulluuqee aangootti dhufa? Kun cimina namichaati moo dadhabina Oromooti??


Oromo Freedom Fighters

ኦነግን ማስጠቆሩ ይቀጥላል፣ የኦሮሞ ሕዝብ የራሱ ሐገር እስኪኖረው ድረስ

ድሮ ድሮ ኦነግ በሰፊው የኦሮሞ ሕዝብ ዘንድ የነበረው ተቀባይነት እንቅልፍ የነሳቸው ሰሜኖች፣ የአርባ ጉጉና ወተር የተሰኙ ፈጠራዎችን እንደ እንቁላል በመጣልና ታቅፎ ብዙ የውሸት ወሬዎችን ፈልፎሎ ድርጅቱን ከ’ኢትዮጵያውያን’ ጥርስ አስገባ፣ በዚህም ኦነግን ለመምታት የድጋፍ ሸመታ አካኸደበት፣ እንዚህ ሁሉ ውሸቶች ኦቦ ሌንጮ ለታ ወደ ሐገር ሳይመለሱም ሆነ ከመጡ በኃላ፣ “ይኼን ጉዳይ የምያጣራ ኮሚቴ ይቋቋም፣ እኛ ፈፅመን ከሆነ እኔም ጓዶቼም እንቀጣለን” ሲሉ ውሸቱ ድራሹ ጠፋ

ዛሬም የስልጣን ጥሙ እንደ ጠዋት እንት የቆ**ት አብይ አዲስ ታሪክ ፈበረከ፣ “ኦነግ የአማራ ተማሪዎችን አገተ” የምትል፣ ይህም ለወራት ያቀደውን የምዕራብ ኦሮምያን ሕዝብ የማንበርከክ ዘመቻ እስኪጨርስ የኦሮሞንና ሌላውን ሕዝብ መያዣ አጀንዳ አርጎታል፣ ኔትዎርኩም ተዘግቷል፣ ከዩኒቨርስቲውና አከባቢው እውነተኛ መረጃ እንዳይኖር ማለት ነው፣

ይህ አረመኔነት እስከ ግዜው ሊጠቅም ይችላል፣ ውድቀት ማስከተሉ ግን አይቀሬ ነው፣

ይህ የአብይ መንግስት ስራ ከከዚህ ቀደሞቹ የተለዬ ነገር የለውም፣ የተለየው ነገር ሕዝብ መስዋዕት ሁኖ በመጣው መንግስት መታረድና መፈናቀል መቀጠሉ ነው፣ አጃቢዎቹም እንዲ ማፈራቸው አይቀርም

ሕዝብ ያሸንፋል
Alex FO


ከቡር ጃል ዳዉድ ኢብሳ ለክፍተኛ ዲፕሎማሲያዊ ጉብኘት ስዉዲን ስቶኮልም ገቡ።


ቅማንት-ኩሽ

Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.