Ibsa Waloo Paartilee Siyaasa Oromoo Sad 27, 2011


Ibsa Waloo Paartilee Siyaasa Oromoo Sad 27, 2011

Waliigaltee Jaarmiyaoota Siyaasaa Oromoo:
1. Nageenya ummataa tiksuu,
2. Qabsoo karaa nagaa gaggeessuu
3. Olaantumama seeraa kabajuu
4. Jijjiirama Oromoo tiksuu fi
5. Waltajjii Jaarmiyoota Siyaasaa Oromoo waloon hundeessuu dha.
Mudde 6, 2018, Finfinnee, Oromiyaa


RSWO – Muddee 6, 2018: Tarkaanfii Abbaa Torbeefi Warraaqsa Goleelee Oromiyaa Mara Keessatti Finiine

OMN: Marii Jaarmiyaalee Siyaasaa Oromoo (Mudde 6, 2018)

Daanyaachoo Galataa “Qeerroon garaaf hin dune” New Oromo Music 2019

Michuu Seenaa “Didiimisaa Barrii” New Oromo Music 2019 By Raya Studio

Tsigee Workuu : Biyya Gadaa New Oromo music 2018


Marii jaarmiyaalee siyaasaa kan guyyaa har’aa gaggeeffame irratti Obbo Baqqalaa Garbaa dubbii ajaa’ibaa dubbatan. Dhaggeeffadhaa. Dubbii gatii qabuu fi ergaa guddaa qabuu dha.

This guy is  either ODP or he doesn’t know politics , maybe Jawar and Lecoo did good job. 

Lamma, marara fi dawud waligalte sena
-kana booda jijjirama oromon wagga dhiba Shan itti dhume fiide waan tokkollen akka hin dhabne wali galan
– rakko oromia Kamu mottumma fana dhabatani akka furan irra walli galan
– nagenya oromia kan borressu qamni adda tokkollen kana booda akka hin ummamnef wali galan
– waqa guyya arra kana ille assin nu gahe gallettefattan.


obboo Jawaar Mahaammad Xiinxaala Siyyaasa fi Daarekterii OMN qabxii jajjaboo lamaa Jarmayootaa Oromoof dhabnii jiruu

በግፍ አምስት ሄክታር መሬት ተነጥቀው የጎዳና ተዳዳሪ የሆኑት አርሶ አደሯ ሁለት ልጆቿን በረሃብ አታለች!
ፍትህ ለኦሮሞ አርሶ አደሮች!

Daniel Dhaba


ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa.Muddee 6/2018

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.