Ibsa Koree Araaraa

Ibsa Koree Araaraa


#Dhimma__Araara_ABO_Fi_ODP
Guyyaa har’aa marii dhimma araaraa irratti koree tekinikaa fi aanga’oota olaanoo odp waliin mariin taasifameen koreen ijaaraman sun garee saddeetitti qoodamanii guyyoota itti anutti WBO waliin akka wal quunnamanii haalota adda irratti akka mar’atanii fi sochiileen gama hundan araara kanaaf barbaachisan martinu akka adeemsifaman taasifameera…mariin araara kunis milki qabeessa ta’uuni fi gama lameeninu fedhiin gahaa fi qophii barbaachisaan jiraachuun ibsa miidiyaaf keennaniru..galatoomaa!

Oromia Qeerroo Media 


OMN: የዕለቱ ዜና ጥር 29,1 2019

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.