Ibsa guutuu Ajajaa Olanaa Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Lixaa Jaal Marroo Dirribaa!!

Ibsa guutuu Ajajaa Olanaa Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Lixaa Jaal Marroo Dirribaa!!

Waan Jaal Marroon jedhe keessaa muraasni kunooti,
Qaamni walaba ta’e bakkeewwan ajjeechaan itti raawwataman deemee akka qoratu ni feena ykn qophiidha, Addunyaan Itoophiyaaf qorichaa (furmaata) dogoggoraa barbaaduutti jira, biyyattiin kufaa jirti, waan yeroon itti darbe fakkaata, Gaaffii yeroo dheeraa hiree ofii ofiin murteeffachuu oromoo fi saboota cunqurfamoo kan biroo moggaatti dhiibuun biyyattiin akka bittinnooftu godha
Har’a sobni Abiyyis ta’e boo’ichi sobaa mootummoota addunyaa haqa uummattotaa hin dhoksu
Dhugaan lafa jiru waan addunyaan Foddaa Tv irratti ilaalu irraa baay”ee fagoodha
Itoophiyaan biyya kufte dha


Sagantaa Raadiyoo har’aan
Aanaa Jiillee Xummugaatti uummatni 40,000 ol buqqa’uuf ammallee yaaddoo guddaan jiraachuu
Namoota ajjeechaa Haacaaluu Hundeessan shakkaman keessaa tokko wabiin akka bahu murtaa’uu
Itoophiyaan Waancaa Afrikaaf darbuu
Oromiyaatti talaalliin Koroonaavaayirasii eenyufaaf kennamaa jira?


ODUU Hatattama warri Hacaaluu ajesan gadhifamu jaal marroon ummaata oromiya mariyachisu|Moha oromo


Bad news for #AbiyAhmed, I am afraid.
Boscoo Ntaganda, pictured, was a Congolese rebel head who is convicted.with war crimes in the International Criminal Court (ICJ) and given to serve 30 years in prison.
Luckily, under the international humanitarian law every country has a universal jurisdiction over crimes against humanity, in addition to the ICJ. No impunity to inhumanity in today’s world.


Oduu ”filannoo” dhiisaa!
Humna keessan dirree jiru jabeessaa!
Baqattoota Yaman: ‘Namni akka itti bahu beeka malee akka itti deebiyu hin beek