‘Humnooti Federaalistii’ Maqaleetti Walti Dhufanii Mari’achaa Oolan

Above Single Post

‘Humnooti Federaalistii’ Maqaleetti Walti Dhufanii Mari’achaa Oolan

Kora kana irratti abbootii siyaasaa, jaarrolee biyyaa,ijoollee kahimaatii fi nama hedduu.

Paartilee siyaasaa keessaa ta naannoo Amaaraa bulchitu,TPLF, Baaytoonaa,Salasaay, Wayyaanee,Paartii Dimokiraasummaa Qimaanti, Paartii Shoongoo,Sochii Bilisummaa Oromoo fi kkf.

Bulchoota ADWUI ta durii Ijoollee Qeerroo Ejjettoo Siudaamaa,ijoollee kahimaa Affaar faatilleen keessa jira.

Kora kana akka itti aanaan bulchiinsa naannoo Tigraay Dr.Debretsion G/Mikaahel jedhetti seeraa fi heera mootummaa fi federaalizummaa baduu dhowwuuf mariitit jiran.

“Akkuma isaniin cuftii quba qabadanii waan keenna yoo laaltan keessaa fi alalleen balaa biyya jissutti nu marse.Nagaan hin jiruu,seerii hin jiruu akana keessa jirra. Namii mirga isaa malee dhabee nagana jiraachuu fi hojjatanii jiraachuunuu rakkoo tahuutti jirti.Jireennii qaalahee namii hujii dhabee rakkoo hedduu keessa jirra. Quohannee karaa yaanu ufi gaafannee biyyaa badii dhowwuu malle jedhe.”

Akka jecha Dr. Debretsiyoonitti siyaasaan Itoophiyaan ammaa itti jirtu faayidaa ummataatiif hin dhaabbanne,walqixxummaa sabaa fi sablammootaatti hin ulfeessitu.

Herregii akkanaa ammo akka jecha isaatti Itoophiyaa borcee karaa badiittiin deema.

Tigraay armaan durallee kora akkanaa yaamtee mari’achiisan.

Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.