Humna Poolisii Addaa Naannoo Somalee Meeshaa Hikkachiisuf Murteeffame

Humna Poolisii Addaa Naannoo Somalee Meeshaa Hikkachiisuf Murteeffame

(Suuraa faayilii)- Humni poolisii addaa Itoophiyaa naannoo Adabaabayii Masqalaatin yeroo darbu, Waxabajjii 9, 2005, Finfinnee

Humni Ittisaa Federaalaa Itoophiyaa kan dhimmi isaa wal-falmsiisaa tahe, humna polisii addaa ka naannoo Somaalee Itoophiyaa hiikkachiisuuf tahuu ministiriin ittisaa beeksisee jira.

Haala nageenyaa bulchiinsa naanno Somaalee keessaa to’achuufis komaand poostiin gamtaa tokko hundeessamee jira.

Gabaasni kan Muktaar Jamaali, caqasaa.

Humna Poolisii Addaa Naannoo Somalee Meeshaa Hikkachiisuf Murteeffame