Hoolotaa: Camsaa 17/2018 magaala hoolotaattii balaa abiidaatiin waajjiirrii bishaanii bulchiinsaa magaala hoolotaa gubaachaa jiraa
SAGALEE QEERROO: Wallee Warraaqsaa Bashannanaa Haayluu Guraandhala 2018
Obbo ☻ Leencoo carraa gaarii siifi dhaba keetiif hawwin!!
Oromoon akka sabaattii carraa waggoota 400 keessatti hin argamin ture amma argate, kanaaf danataa saba keenyaaf irratti hojjetuu qabna
Oromoon aangofnaan, Oromias tahe Ethiopia humni dura dhaabbachuu danad’u hin jiraatu
Magaalaa Holotaatti har’a Caamsa 17/2018 Balaan Abiddaa Ka’umsii isaa Yeroof hin beekamneen Waajjira Bulchiisa Magaalaa Holotaafi qabeenyaa hedduu barbadeesse. – https://t.co/Bv2CQqC0Z5 pic.twitter.com/Y3WaghozNG
— Kichuu (@kichuu24) May 17, 2018