Hoogganoonni keenya Jaal Daawid Ibsaa fi Dr. Mararaa Guddinaa tokkummaan eejjaannoo cimaa

Hoogganoonni keenya Jaal Daawid Ibsaa fi Dr. Mararaa Guddinaa tokkummaan eejjaannoo cimaa

kana fidhachuun shira diina cilee bishaan buute godhuu keessaniif hedduu nu boonsitanii jirtanii ulfaadhaa!! Ammas akkuma amma sochii eegaltan Hayyoonni hidhaa jiran akka hiikamaniif dhiibbaa gochuu cimsa itti fufa! Ummaatni Oromoo Miliyoonni 65 ol isin Cinaa jirra!! Jabaadhaa…..


#Breaking_news

#Hunalem_Ashaagiree itti gaafatamaan PP Naannoo amaaraa dhiha gonder waraanni Sudaan kaampii baayyee gubuufi saamu qabeenyi gubateef saamame kun immoo tilmaaman gara qarshii biliyoona 1.5 ta’u akka barbadeesse amanne miidiyaaf ibsa kenne!

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 


Lola Tigraay fi Baqannaa Koree Tigraay keessatti lolli jabaatee itti fufeera. Akka maddeen mootummaa Itoophiyaa keessa jiran irraa dhaga’amaa jirutti, guyyoota 10 keessaatti qofa lola guddaa 23tu taasifame. Lola kana keessattis loltoonni kumaatamaan lakkaa’aman gara xoophiyaa dhumuu fi booji’amuun himamee jira. Gama biraatin, Bulchiinsi Koree Yeroo Tigraay Dr Muluu Naggaatin hogganamu magaalota keessatti sadarkaa sochii gochuu dadhabuu irra gahuu isaa miseensonni Koree kanaa himaatii jiran. Guyyoota muraasaa asitti waraanni qarqara magaala Maqaleetti taasifamaa jiru yaaddoo guddaa uumeras jedhameera . Sababaa kanaaf, Dr Muluu Naggaa dabalatee miseensonni Koree kanaa muraasni Maqalee Hoteela Pilaanet tahaa turan yeroo ammaa teessoo isaanii gara Finfinneetti jijjiirutu beekame. Kalaeessa TMH irratti miseensi KHR TPLF “lola tibbanaa kanaan injifannoo guddaa arganneerra” kan jedhe Getaachoo Raddaa gama mootummaa Itoophiyaa irraa hanga ammaa ibsi dhagaa’ame hin jiru.