ONN: Beegii, Waxabajjii 28, 2018 : Hojjetoonni Hospitaala Beegii Ummata naannoo Toongoorraa buqqa’e bifa kanaan jajjabeessaa jiru.

ONN: Beegii, Waxabajjii 28, 2018 : Hojjetoonni Hospitaala Beegii Ummata naannoo Toongoorraa buqqa’e bifa kanaan jajjabeessaa jiru. Ummanni Oromoo daa’imman kanaaf birmachuu, bira dhaabbachuu qabaan dhaamsa keenya.

SAGALEE QEERROO = Waxabajjii 28 2018

Falmattoonni haqaa magaalaa Naqamteerraa qabamanii Qilinxoo turan guyyaa har’aa mana murtii Lidetaa dhaddacha 4ffaatti dhiyyaachuun bilisa jedhamaniiru.Isaanis
1,Amaanuel Beekkataa
2,Hundee Mangistuu
3,Abubaker Nuuree
4,Galataa Caalaa
5,Kaasahuun Laggasaa
Dargaggoo Dastaa barkeessaa torbaan tokkoof yeroo dabalataa qabameeraaf
Dargaggoonni kunneen yakka tokko malee yeroo dheeraa turanii har’a bilisa jedhaman.
Waxabajji 28/2018

በገንዘብ ተደልለው የሚሰሩ ሰዎች ናቸው ሁከትና ግርግር የፈጠረት ~ የአሶሳ ርእሰ መስተዳደር
CC:Daniel Berhane et al