AMMEE!
Hogganoonni TPLF kan qopheessan walgahiin haalli biyyattiin keessa jirtu garamitti akka deemaa jiru gamaaggama jedhame tokko Yuniversiitii Maqaleetti geggeeffamaa jira.
Walgahii kana irratti bakka bu’oonni dhaabota siyaasaa mormituu fi hogganoonni waldaalee tokko tokkoo afeeramanii hirmaacha jiru. Hogganoonni TPLF gurguddoon walgahii kana keessatti kan argaman yoo tahu, jara irraa kan hafe warri biyya bulchaa jiru kaan argamuu fi dhiisuu wanti ibsame hin jiru. Barakat Simon kan dheengadda karaatti qabamee deebi’e jedhames wal gahii kana keessa jira Walgahiin yeroo kanatti TPLF waamtu haaromsa kana gufachiisuuf yoo tahe malee tumsa ta’aaf jedhamee gonkumaa hin eegamu. Warri afeerraa TPLF fudhatanii karaa dheeraa deemuun Maqaleetti argamanis TPLF irraa ergama maalii fudhachuuf akka qophaawan walumaan laalla.
Madda: ድምጺ ወያነ ትግራይ (ድወት)
Via: Yaya Beshir
TPLF chief brands Ethiopia PM ‘anti-reformist’ at regional rally – https://t.co/ds5YpCBURV pic.twitter.com/627oxwaYzN
— Kichuu (@kichuu24) December 11, 2018
The Rise and Fall of EPRDF – https://t.co/mJg4kvq07P pic.twitter.com/V86Or66TVo
— Kichuu (@kichuu24) December 9, 2018
Take them Seriously; Let them take Accountability Seriously!!! – https://t.co/WLJQPKDQ4S pic.twitter.com/JBlu22iGuZ
— Kichuu (@kichuu24) December 8, 2018
“ጥፍር በፒንሳ ስትነቅሉ፣ ግብር ሰዶም ስትፈፅሙ ፣ ክብሩን ሰው አዋርዳችው በጉንዳን … – https://t.co/fZlmrPTcXu pic.twitter.com/0Rrka4Grln
— Kichuu (@kichuu24) December 8, 2018