“Hogganoonni OPDO erga Ameerikaa dhufanii hogganoota Ginbot 7 waliin marsaa lamaaf mari’atanii waliigalteerra gahanii jiran. Haaluma kanaan warri G7 biyyatti galuuf waliigalanii jiran. Maarree ABO Daawud Ibsaan hogganamu waliin akkuma asii deebi’aniin wal arganiin osoo oolanii hin bulle dubbii fixu jennee abdanna. Osoo danda’amee bakka bu’uuta isaaniitiin asuma Ameerikaattuu wal arganii dansaa natti fakkaata.”
~ Jawar Mohammed.
OMN DR ABIY AHMED WASHINGTON DC HASAWA TAASISE
Godina Oromoo Walloo, #Baateetti humni #liyyuu_poolisii_Affaar ummata keenya fixaa jirti.
YAA OROMO: AFAANIIN NU SOBAA DUGUUGGAA SANYII NURRATTI LABSANII JIRU!
WALIIF HAA BIRMANNU!
Retweeted Oromo Press (@oromopress):
Lemma Magarsa and Abiy Ahmed are sitting on the stage and wondering where is Oromo flag and where are Oromo audiences? They should know that 30KPlus Oromos who live in… https://t.co/IK7MKZQZjV
— Girma Gutema℠ (@Abbaacabsa) July 28, 2018