Hogganoonni ABO fi Tuutni Gaazexeessitoota ONN gara Oromiyaa bahaa, Habroo imalee jiru magaalaa akka hin seenne dhorkame.

Update: Hogganoonni ABO fi Tuutni Gaazexeessitoota ONN gara Oromiyaa bahaa, Habroo imalee jiru magaalaa akka hin seenne dhorkame. Oduun amma nu gahe akka ibsutti, tuutni kun duraan akka hin sochoone ugguramee ture. Gara booda kana immoo, “akka hin sochoone” jechuun erga sakattaa isaan irratti gaggeessanii booda gara duubaatti akka deebi’an akeekkachisti itti kennameera.
Gareen kun Waajjira ABO kan magaalaa Habroo banuuf gara san kan socho’e edha

Dábessá Gemelal


ሰበር ዜና
የኦሮሞ ነፃ አውጭ ግንባር ልዑካን ቡድን እና የONN ጋዜጠኞች ቡድን ዛሬ በመንግስት ታጣቂዎች ታገቱ::
እገታዉ የተፈፀመዉ ምስራቅ ኦሮሚያ ሀብሮ ከተማ መግቢያ ኬላ ላይ ነዉ::


He’s busy advocating unitarianism (አሃዳዋነት) while the people demanding freedom and to exercise their right of self determination. ልሙጥ ኢትዮዽያ:: #Abiy_Must_go


Saliha Sami **Walloo** New 🎶 Oromo 🎶 Music 2020 Official Video.