Hirirri Abiyyi Ahmad malaqan bafate erga malaqa fudhatan bodaa hala kanan umani bahee abaraa galee

Hirirri Abiyyi Ahmad malaqan bafate erga malaqa fudhatan bodaa hala kanan umani bahee abaraa galee

Amiiiin jedha

Hiriirichi bilxiginnaaf bahamemoo Bilxigiginnaa irrattidha bahamesaa?


Arsii Dodolatti hiriira mormii goote qeerroon” Jawar Jawar hidhaa galchitee filmannii hin jiru” itti jecha oltee qeerroon Buli qeerroo Dodolaa.
May be an image of one or more people, motorcycle and outdoors
Gurbaan Abiyyi jedhan kun yeroo kijibu xiqqoollee hin saalfatubboo!


Kunis hiriira “deggersa Abiyf” jedhame irratti sirbame!
Ayii yaa Abiyiiiiii
Jawaariin bulaa jira biyyii
 


Durgo” Birri 100 nama tokkoof kennitee bakka tokkotti nama 10,000 baafachuuf kan si barbaachisu:
100 X 10,000 = 1,000,000
Ykn $20,000 (dollars).
Bakka 20tti: 20 X $20,000 = $400,000.
Sana booda “ummanni Oromoo na jaallata” jettee torban tokkoof bokoktee deemuu dha.
Garuu:
Erga ummanni Oromoo si jaalatee hoogganoota Oromoo hiiki!
Hoggantoota biyyaa jarreen kana ta’uu gaafan ilaalu yaadhadhu, akka gadhoofne natti mullata.
Kolkollee hundi. Kun hundi sirnaan high school hin fixne. Dhiiga obbooloota isaaniin xabatu.

1 Comment

  1. You caught him red handed ? Well done !He is the most gifted man in dessiminating lies .Abiy is uglier than Devil.

Comments are closed.