Hiriirri mormii barattoota university AMBOON guyyaa har’aa dhohee jira.

4/1/2019 Hiriirri mormii barattoota university AMBOON guyyaa har’aa dhohee jira.


Afaan warra OPDO fi Soddota isheef galu tokko kana. Yoo kanaan isaaniif galuu dide Qerroon Afaan biraatiin haasa’uus ni danda’a!!!
Barattooni Oromoo Yunivarsiitii keessaa Saba keessaniif taatan galanmi keessan Bilisummaa haa ta’u!!!!

AMBO UNIVERSITY 
#EeeeeAkkana_Ambo!
Dhaadannoo fi balaaleffannoo
Sabboontootni barattoota Yuuniveersiitii Amboo guyyaa har’aa Ebla 1/4/2019 Fincila diddaa dhoosuu dhageenye.
Balaaleeffannaa sirna gowwoomsaa fi dhaadannoon armaan gadii tureera.
1.Gaachana Oromo WBO adamsuu fi ajjeesuun akka dhaabbatu cimsinee mormina.
2.Koomaandii Poostiin Oromiyaa lixaa fi kibba Oromiyaa irraa haa ka’u.
3.Duullii fi Weerarri daangaa Oromiyaa haa dhaabbatu,waraana yeroo ammaa ummata keenya Karaa Booset fi Karraayyuu deemaa irratti deemaa jiru ni balaaleffanna.
4.Walunaagalatti Ajjeechaa fi hidhaa yeroo ammaa Ummata Oromoo irratti deemaa jiru ni balaaleffanna.
5.Mirgi Hiree murteeffaanaa Oromoo #Keeyyaanni39 akka kabajamu ni gaaffanna ” jedhaniiruu.
. . ………. IUOtiif……..

Bilisummaa Sabaaf


Yuunversiitii Ambootti barattoonni hiriira mormii geggeessaa jiru.

[SQ Eebla 1/2019]

Barattoonni mooraa Yuunversiitii Amboo gocha mootummaafi daba maqaa haaromsaan deemaa jiru balaaleffachuun hiriira ba’anii Sagalee mormii dhageessisan.
Akkuma Qeerroon Bilisummaa Oromoo moorichaa waamicha dabarseen barattoonni dhaadannoolee adda addaa tolfachuun hiriira ba’anii mormii agarsiisaa jiru.
Haa ta’u malee, Sagalee uummataa ukkaamsuun amala isaa kan ta’e mootummaan kun, barattoota hiriira ba’an irratti dhukaasa banuun hiriiricha diiguu yaalaa jiru. Aara imimmaanessuufi dhukaasa guddaatu mooraa Yuunversiitii Amboo keessaa dhaga’amaa jira.

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo


Respect to Ambo University Oromo students!!!
These heroes told the OPDOs that the Qerros stand with the founder of Qerroo. That is #Heroes , Commanders of OLA, with out any fear and hesitation.
They told OPDO and its Supporters by saying, we stand with OLA commanders and OLF!
===we stand with Jaal Marro
===we stand with Jaal Golichaa
=== we stand with Jaal Sanyi
===we stand with Jaal Bobbas

Abiyou Birhanu 

Hiriira nagaan bahamaa jiru kan jeequmsatti jijjiiraa jiru caasaa mootummaati! “Hiririi yuunivarsitii Haramayaa naga gaggeeffama ture gara jequmsa fi rebichattii jijiramee jiraa”

Qalbeessaa Dhangi’aa