ONN LIVE: Sagalee QEERROO MUDDEE 03 2018-Yuunversiitiiwwan adda addaafi Oromiyaa bakkoota adda addaatti hiriirri guddaan geggeeffamaa ooleera

ONN LIVE: Sagalee QEERROO MUDDEE 03 2018 – Yuunversiitiiwwan adda addaafi Oromiyaa bakkoota adda addaatti hiriirri guddaan geggeeffamaa ooleera. | Mootummaan Naannoo Oromiyaa poolisoota Oromiyaa aantummaa uummataa agarsiisaa jiran irratti tarkaanfii fudhachuuf akka jiru saaxilame. | Uummanni Oromoo Naannoo Benishaangul Gumuz keessaa buqqaafaman haala hamaa keessatti argamu

የከንቲባ ታከለ ኡማ አርሶ አደረ 😛

Wow!! This neftegna is crying to grab Oromo farmers’ land !!


ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa.Muddee 3/2018

Goobanaa Daancee warra haaraa oromoo lafa irraa duguugsisaa jiran.