Hiriirra fi Dhadannoo Qeerroo Magaalaa Mandii dhageeffadha.

Hiriirra fi Dhadannoo Qeerroo Magaalaa Mandii dhageeffadha.

#WBO’n waliin dhumna;Shira OPDO wajjin miti jedhu!Uummani Oromoo fi Oromiyaa!Qabsoo itti Fufaa #Dhaadannoo_magaalaa_Naqamtee_qeerroo_qarree_uummata_hundaan
Akkuma beekamu ibsa ejjennoo bahe irratti hunda’uun uummanni magaala naqamtee guyyaa hardhaa #onkoloolessa 16/2/2011 dhaadannoo isaa fi jaalala waraana bilisummaa oromootif qabu ibsachaa ooleera


Amboon haala kanaan WBOn qaama hidhatee nageenya Oromiyaa Eegsisu male kan meeshaa hiikkatu akka hintaane jedhanii sagalee dhageessisaa jiru!https://kichuu.com/deerroon-dirre-dawaa/

Jimma Press 


ONN LIVE : Onk 27 2018 Hiriira magaalaa Naqamteetti guyyaa har’aa geggeeffame. Dhimma weerara daangaa Oromiyaa Dhimma adamoo duula wboorratti raayyaan ittisa biyyaan adamsamuu. Mormii dhimma weerara daangaa Oromiyaa,dhimma imaammata barnootaa road map fi dhimma WBO adamsuu warreen ijoodha