Hiriira Mormii Qeerroo fi hawaasa Oromoo Jarmanii guyyaa lammaffaa

Hiriira Mormii Qeerroo fi hawaasa Oromoo Jarmanii guyyaa lammaffaa


Gaazexessaan BBC kun “Biyti toyannoo keessan jalaa baateetti” yaada jedhu dhiheessinaan qondaalli Bilxiginnaa kun lakkii toyataa jirra jedhe. internet maaliif cuftan jennaan “haasawa jibbamsaa” dhaabsisuuf jedhee deebise qondaaltichi.

Dhugaan jiru garuu,
Haasawa jibbamsaa biyya wal ficcisiisu kan oofaa jiru mootummicha mataa isaati. Kanaaf ragaan guddaan haasaawa Janaraal Kaasayee Camadaa kaleessaa ti. Qeerroo harka duwwaa yaatu rasaasa itti roobsaa ajjeesaa jedhe. Hogganoota qabsoo Oromoo “diqaalaa Arabaa” jedhee arrabse. Ajjeechaa irratti murteesse. Kana miidiyaa mootummaa san jalatti hogganamu WALTA irratti dubbate. Interneet cufuun haasawa jibbamsaa dhaabsisuuf osoo hin taane qabsoon Oromoo keessaa fi alatti akka wal hin dhageenye ugguruuf ture. Garuu hin milkoofne. OMN qilleensa Oromiyaa dhuunfachuun luka tokkoon jara dhaabaa jira.

“Intarneeta cufuuf dirqamnee cufne,” jedhu hogganaan wiirtuu ijaarsa diimokiraasii Obbo Zaadig Abrahaa.

BBC News Afaan Oromoo


Hiriira Guddaa har’a UK 🇬🇧 kana irratti tahi guddaa biyya keessa garsiistan.
Abbaa irree kolonel Abiiy Ahmed

Maruu C Gurmuu

#OromoProtests
#OromoRevolution
#Justiceforhacaaluuhundeessaa
#FreeAlloromoPoliticalPrisoners