Hiriira mormii Hawwanii fi Qarreewwan Oromoon Magaalaa Awadaay keessatti adeemsifamaa oole

Hiriira mormii Hawwanii fi Qarreewwan Oromoon Magaalaa Awadaay keessatti adeemsifamaa oole .

Gudeeddaa daa’ima oromoo ganna torbaa (7) irratti Loltuu MKIIn raawwatame – Lixa Wallaggaa, Ona Mana Sibuu | Gochaalee Hameenyaa LMKIIn Uummata Oromoo irratti raawwatamaa jiran – Konyaa Iluu Abbaa Booraa fi Jimmaa | Murtii dabaa (hidhaa waggaa lamaa) Qeerroowwan Oromoo irratti murteeffame – Baalee Bahaa, Magaalaa Gindhiir.
#RSWO – Hagayya 30, 2020
 

“Mootummaan naannoo Oromiyaa Cundhuraa ta’u isaa guyyaa irraa guyyaatti agarsisaa jira. Erga namichi Shimalis Abdisaa jedhamu gara angoo dhufee kaase poolisiin Oromiyaa saba inni nan bulcha jedhu seeran ala ajjeessuun, daraaruun, mana irratti gubuun riikardii bara wayyaanee caale jira. Namni kuni amma dhugaa biyyan bulchaa jira jedhaa?
Hidhamtootni 10 ol ta’an qabatamaan mana hidhaa keessaa gadi baafamani yeroon itti ajjeeffamani daggalaa fi laga keessatti gataman irra geenye.
 
Kanneen achi buteen isaani hin beekamneef lolaan fudhate hedduu akka ta’e tilmaamuun ni danda’ama. Kanan ani yaadadhu qofti Wallaga Lixaa (#1) , Shawaa Lixaa (#3), Wallaga bahaa (#1), Bunnoo Baddallee (#3), harra immoo Hararge Lixaa- cirotti (#3) mana hidhaa keessaa baasani ajjeessan. Kuni egaa amaan tana manni sirreessaa qaama du’a nama irratti murteesssu ta’u isaa agarsisaa. Gochi kuni seeranis, aadaanis kan hin jirreef safu ummataa kan cabse. Jarana diina waraana irratti boji’an illee hin ajjeessan sirna akkami nutti dhufe; sirna waraabeessaa. Egaa kuni marti bara cuundhura Shimalis gaggeeffame.
Ammaaf waan biraa kaasuun yaa turu;
 
• Warri har’aa mana hidhaa Cirootti ilmaan keessan isin jalaa du’aan murtiin waan fedhe yaa ta’u Itti gaafatamaa mana sirreessaa sana himadhaa.
• Kanneen carraa qabdan caasaa Oromiyaa gubbaa hanga gadi amma biyya bulchaa jirra jedha mana murti adunyaaf (ICC) kanneen mirga namaaf falman biraan akka geessan. Gama kanaan mirga ummata keessani sarbamaa jiru cinaa dhaabbadhaa.”
inbox Finfinnee

#OromoProtests in Seattle!

1 Comment

  1. Hats off, Qarree fi Haawwan Oromoo Magaalaa Awadaay! Ulfiinaa guddaa qabdduu!

    Every Oromo must learn essential lessons from the bravery qarree and ayyoo Awadayy have shown. Oromo, qarree and qeerroo: You mustn’t allow yourselves to be herded in empire Ethiopia. You must rise up in unison, everywhere, and protest against the repression of the Ethiopian neo-naftagna regime. Oromo: The day you tolerate repression, the day the Ethiopian security forces snatch your loved ones, the day they imprison, disappear, mass kill your bright children and roam your streets freely must be over. Never cry for your martyred heroes and heroines and go home.

    Those who accept repression as a norm and try to live just for the sake of filling their bellies must search their consciences and understand that they are not living. The great Oromo nation shall never bow down to the terrorist regime’s violence and fear to demand their inalienable rights. Rise up in unison! Oromo, qarree and mothers of Awadaay have understood the basic concept of fighting for one’s rights, and are out to protest government violence and injustices. Every Oromo everywhere, young or old, men or women, rich or poor, formally educated or otherwise, urban dwellers or those in the countryside, including Oromo individuals in the services of the regime, must rise up and join the protest in order to avert the ethnic cleansing the Ethiopian government is carrying out against the Oromo people.

    The neo-naftagna regime of Abiy Ahmed mustn’t be allowed to destroy Oromummaa and the Oromo as a nation. Oromo, never doubt your great potential and capability to free yourselves from the repression you are subjected to. You are superior to your enemies; walk into your fears and enjoy popping the fear bubbles. When you fight your enemies by all means available, you will win.

    “No man can ride on the back of a man unless it is bent”!
    Truth and justice shall prevail!
    Oromia shall be free!
    OA

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.