Hiriira mormii Hawaasa Oromoo state of Washington Godhuuf deemaa jira.

Hiriira mormii Hawaasa Oromoo state of Washington Godhuuf deemaa jira.

Miidhaksaa Abbishuu


Hiriira Guyyaa lammaffaa #Berlin


Buufa miidiyaa Bilxiginnaa kana laalaa. Chaansilarittiin Jarman Angeelaa Markal dhimma Covid-19 irratti xiyyeeffattee MM waliin haasaäan jedhu. Kun soba guddaa dha. Yaaddoon mootummoonni alaa, Jarmanis dabalatee, yeroo ammaa Itoophiyaa irratti qaban inni guddaan dhimma qabaa siyaasaa fi mirga namoomaa ti. Angeelaa Merkel akka dhimma Oromiyaa keessatti deemaa jiru kaaftee itti dubbatte shakii hin qabu. Garuu beekaa keessaa baasanii dhimma Koronaa qofa fakkeessu. Waan isaan hin gammachiifne waan dubbatteef keessaa dhiisan jedhamee shakkama. Dhoksaan cobxoo hin fayyisu!

Yaya Beshir

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 


Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.