Hiriira Mormii guddaa Shira Abiy Addunyaatti saaxilu amma Faransaay Magaalaa Paris’tti gaggeeffamaa jira…!!

Hiriira Mormii guddaa Shira Abiy Addunyaatti saaxilu amma Faransaay Magaalaa Paris’tti gaggeeffamaa jira…!!

Oromoo yeroon guutuu Oromiyaa fi guutuu Addunyaatti Hiriira Mormii guddaa gaggeessun Sagalee keenya Addunyaatti dhageessifannu amma jabaadhaa..!!
Oromoonni Faransaay keessatti Hiriira Mormii gaggeessun Sagalee Oromoo Addunyaatti dhageesisaa jirtan ulfaadhaa..!!
 
 


Aggaammii ABO diiguu❗
Namootni,gareen ABO dhiigaa fi lafee tahuu hin hubatne,Jijjiirama kana Qeerroo Bilisummaa Oromoon dhiigaan fidee harkaa butamuun isaaniif hin galle; Kan bakkuma kaleessaa waanuma kaleessaa itti fakkaatu ABO diiguuf foolatu. Foolatanii dil’uu dhalu malee waan lubbuu qabu hin dhalan. Maqaa Kora Sabaa ABOtu waame jechuun Qajeelaa Mardaasaa PP waliin walii galee dhama’aa jira. Qeerroon ammas harkatti fashaleessee dhaaba isaa ni tikfata. Leencoo Lataa,Diimaa Naggoo fi Galaasaa Dilboofaa immoo maqaa Oromoo dialoguedhaan PPf bakka kennanii walgahii gaggeessuuf foolatu. Kun yoommuu hidhamtootni siyaasaa Oromoo mana hidhaatti rakkachaa,hooggantootni TPLF mana hidhaatii hiikamaa jirani dha.
Kunis hin milkaa’u❗
Ani waan godhu beeka; Atis waan gootu beekta❗
Qeerroo Intelligence Group