Hiriira Mormii guddaa Lafa shochoosu ganama har’a guutuu biyyatti keessatti gaggeeffamaa jira! “

Hiriira Mormii guddaa Lafa shochoosu ganama har’a guutuu biyyatti keessatti gaggeeffamaa jira! “Iddoo Hiriira Mormii gaggeessa jiran!
~ Hararghee, Baalee, Wallagga, Gujjii, Walloo, Jimmaa, Arsii, Iluu Abbaa Boora, Boorana, Shawaa, Finfinnee, Binnoo Baddallee, Naqamtee, Bakkoo, Walloo Dassee, Walloo Baatee, Adaamaa, Naggeellee Arsii, Gindhiir, Bulee Horaa, Mattuu, Harar, Dirree Dhawaa, Awwadaay, Amboo, Naannoo Affaar, Naannoo Somaalee……
#Dhaadannoo,
1, warri Masgiidoota Naannoo Amaaraatti gube hatattamaan seeraaf dhiyyaachu qaba,
2, Daniel kibrate hatattamaan Masgiidoota 35 gubeef To’annoo seeraa jala ooluu qaba,
3, Mana Amantaa Masgiida gubuun ummata Amantaa walitti buusuu ni balaalleffanna,
4, Kan Masgiidoota 35 gubsiise Mootummaa Ethiopia ABIY AHMED ALI, Abiy Ahmed Ali Hatattamaan Aangoo gadi dhiisuun Seeraan gaafatamuu qaba,
5, Bu’a Bilxiginnaa argine jirra Bilxiginnaa Aadaa tokko, Amantaa tokko, Biyya takka, Afaan tokko hin fudhannu, Bilxiginnaa Dinne,
6, #DownDown_PP, DOWN DOWN MADDAMAR 7,#DOWN_DOWN_ABIY_AHMED_ALI…fi.kkf jacha jira!” Waliif Dabarsaa?
Ummata keenyaaf Sagalee haa taanuufi?

Shukuradin Jamal


Daniel Dhaba


Message from #Afar to Ethiopian media!Kedir Yadi


#Baddannoo:
Baddannoon lafa Woyyaanee fi Nafxanyaan olola sobaa Oromoo irratti ittiin dalagaa turteedha. Kiristiyaanummaa isaaniif jecha ABO’n Amaara achitti fixxe jedhanii Oromoo maqaa xureessaa turan. Kunoo Baddannoo suni warra akkanatti amantaa fi eenyummaa walii kabajjuudha.

Roobaa Sh Aliyyii


በእንግሊዝ ሀገር ኢትዮጵያዊያን ሙስሊሞች ተቆውሞ


በመስጊዶች ቃጠሎ ምክንያት ዛሬ በኑር መስጊድ ከባድ ተቃውሞ ተከናወነ አላሁ አክበር

Tijjaanii Shehkadir Abbaawaarrii