“Hiriira Mormii gubannaa Masjiida Naannoo Amaaraati taasifame ilaalchisee godhamu yeroo amma kana magaalaa Hararitti (magaalaa Biyyoo Adaree) gaggeeyfamaa jiruu kana fakkaata.”

#Harar (Inbox)