Hiriira ilmaan Nafxanyaa Oromoo abaaruuf bakka adda addaatti bahaa jiran irratti Eertiraanonni

ODEESSA
Hiriira ilmaan Nafxanyaa Oromoo abaaruuf bakka adda addaatti bahaa jiran irratti Eertiraanonni deeggartoota Isaayaas tahan alaabaa lummuxxii Nafxanyaa qabatanii akka itti makaman ajajani mootummaa Eertiraa irraa akka kennameef saaxilameera. Kanas kan saaxilan Eertiraanota mormitoota sirna Isaayaas Afawarqii ti. Viidiyoo armaan gadii keessatti kan mul´atu, guyyaa lama dura Oslo, Norway keessatti hiriira ilmaan Nafxanyaa bahan irratti Eertiraanonni hangi tokko ajaja sirna Isaayaasiin alaabaa Nafxanyaa lummuxxii qabatanii bahuun haasawa deeggarsaas godhuun isaanii ni mul´ata. Dubbiin kun hawaasa Eertiraa gidduutti wal diddaa hamaa uumaa jira. Warri sirna Isaayaas mormu qabsoo Oromoon itti jiru yoo deeggaran warri sirnicha waliin dhaabbatan ammoo Nafxanyoota bira akka goran godhamuu hubachaa jirra. Haala jiru dhiheenyatti hordofuun itti fufa.

Yaya Beshir

ATV: እዋናዊ ሓበረታ – ሕልሚ ናይቲ ኣብ ልእላውነት ኤርትራ ዘይኣምን ውልቀ መላኺ ኢሰያስ መሊሱ ኪገሃድ ከሎ ኦስሎ-ኖርወይ

Abdi Culullee Arsi


Shemsudin Teha Mohamed reebicha hamaa irraan gahaa jiru


Finfinneetti Uummanni Waaan Nyaatu dhabee dukkaana saamaa jira.itti muddi lagannaa kee qeerroo kuni injifannoo keeti

Miidhaksaa Abbishuu

#Hiriira Mormii Bilxiginnaa Biyya Germany Magaalaa Munich.
#GMN


Those politicians who can avert civil war in Ethiopia are in prisons. Keeping Jawar Mohammed, Bekele Gerba and other Oromo politicians behind bars, Abiy´s dictatorial rule can only exacerbate the agony of Ethiopia and its citizens. No one can stop the 60+ years of the Oromo struggle for freedom with gunpoint. The international community should immediately intervene in the political conflict that engulfing the whole region before it is too late.

Yaya Beshir


አቶ ደረጀ በቀለ የ ኦነን አመራር

Abiyin kuutee Asmaraat