Hiriira balaleffannaa gocha sukannessa wbo irratti gaggefame mormuun calanqotti bahame haala kanaan gaggeefame magaalaa calanqootti.
Balaan hin bu’in , ato alamuu silmeem dhaadachaa jiru 🤣
ODM. Walaloo Qeerroon Bilisummaa Oromoo Ebla 15-2019 guyyaa Gootota Oromoo magaalaa jimmaatti kabajame irratti dhiheesse keessaa hanga tokko.
OMN: Marii hawaasa magaalaa Walisoofi Jawaar Mohaammad kutaa xumuraa (Eebla 16, 2019)