HD ABO J-Daawud Ibsaa Holola Hidhannoo Hiikuu WBOn Walqabatee Gaggeeffamaa Jiru Ilaalchise Miidiyaaleef Ibsa Laatan.

HD ABO J-Daawud Ibsaa Holola Hidhannoo Hiikuu WBOn Walqabatee Gaggeeffamaa Jiru Ilaalchise Miidiyaaleef Ibsa Laatan.
J/Daawud Ibsaa Turtii Miidiyaalee Waliin Taasisan Kanaan Kan ABOn Jedhuu Fi Kan Namoonni Tokko Tokko Mootummaa Keessa Taa’anii Waayee Hidhannoo Hiikkachiisuu WBO Miidiyaalee Hawaasaa Irratti Kaasan Sirrii Miti Jedhaniiru.
Kan Mootummaa Waliin Dubbachaa Turree Fi Jirrus Akka Namoonni Qaama Mootummaa Ta’an Karaa Miidiyaalee Hawaasaa irratti kaasanii mitis Jedhaniiru.


Adaraa Waaqaa fi lafaa hidhattoota Oromoo kana akka TASAA hin hiikkachiifne!!
#ObbolaaaWBO

Worri Adda Bilisummaa Oromoo jibbu Adda Gabrummaa Oromoo haa ijaaratan”, Dhaqqabaa Waari’oo

Gaaffii fi deebii Ob Daawud Ibsaa Kan kutaa lammaffaa kanas heduun jaaladhe.
Aadaan Oromoo hagam akkka dhugaa irratti hundaa’e ragaa ta’a!

ከኦሮሞ ነፃነት ግንባር ከአቶ ዳውድ ኢብሳ ጋር የተደረገ ቃለ መጠይቅ ክፍል ሁለት ።


ከኦሮሞ ነፃነት ግንባር ከአቶ ዳውድ ኢብሳ ጋር የተደረገ ቃለ መጠይቅ ክፍል ሁለት ።

Jilli ABO Sululta, Caancoo Seenaa Jira.
09-10-2018

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.