Hidhaa, dararaa fi ajjeechaa suukanneessaan Uummata Oromoo irratti akkaan hammaatee jiraachuu

Hidhaa, dararaa fi ajjeechaa suukanneessaan Uummata Oromoo irratti akkaan hammaatee jiraachuu


“Maqaan isaa zawudu magara jedhamaa dhalata Godinaa shawa baha Anaa gumbichutii magalaa caffee donsaa jirataa Anni Abbaa Gadaati jechuun midiyaa ESAT irratii bahee oromoo Abbara olaa garuu angoo Abbaa gadumaa hin qabuu
Namni kuun dur loltuu dargii turee ergaa dargiin kufee misesaa tikkaa ta’ee hangaa TPLF kuftutii hojechaa turee
Amaa imoo halaa jijirachuun midiyaa nafxanyaa irratii bahee umaataa oromo Abaruu jalqabee garaa biraatin maqaa namotaa Angoraa jiranin daldalaa olaa
Kanafuu Ammas hoji basasumaa isaa cimsee ittii fufee jiraa qerroon Gumbichuu,Ada’a, Bishoftuu fi kaan nanawaa sanaa jirtaan irraa of egaa”

Simannaa Aktivist Seenaa Jimjimootii Amerikaa Seattletti Taasisan. Gootitti Intala Sabaa

Sena Fenet was live.